ODUU HAARAA

‘Dexamethasone’ qorichi Koronaavaayirasii lubbuu baraaruu danda’u isa jalqabaati jedhame

Qorichi baay'ee rakasa ta'eefi salphaatti argamuu danda'u 'dexamethasone' jedhamu dhukkubsattoota Covid-19 haala yaaddessaa keessa jiran lubbuu baraaruu danda'a.Lola...

Siyaasa Itoophiyaa: Caffeen naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf murteesse

Manni maree bakka bu'oota uummataa Naannoo Tigraay filannoon sadarkaa naannootti akka gaggeeffamu murteesse.Dubbi himaan mana marichaa Obboo Mulugeetaa...

ABO fi KFO: ‘Murtee aangoon mootummaa dheerachuu cimsinee mormina’

Manni Maree Federeeshinii guyyaa har’aa hanga weerarri koronaavaayirasii yaaddoo ta'ee itti fufetti aangoon mootummaa akka dheeratu erga murteessee booda ibsa baasaniin mootummaa...

ABO fi KFO: Paartileen Oromoo lama murtee Boordii Filannoo qeeqan, mootummaa akeekkachiisan

Addi Bilisummaa Oromoo fi Koongirasiin Federaaliistii Oromoo dhimma weerara koronaavaayirasii fi dheereffamuu filannoo irratti ibsa waloo baasaniin Boordii Filannoo Biyyaalessaa qeeqan.

Manni Maree Federeeshinii ‘aangoon mootummaa akka dheeratu’ murteesse

Manni Maree Federeeshinii Itoophiyaa hanga weerarri koronaavaayirasii yaaddoo ta'ee itti fufetti aangoon mootummaa akka dheeratu murteessuu isaa beeksise.Manni...

NU HORDOFAA

0HordoftootaHordofi
10,000HordoftootaHordofi
10,000HordoftootaHordofi

DAFAA DUBBISAA

KAN HEDDUU ILAALAMAN

Jaal Daawud Ibsaaf qooda kaayuun dirqama

0
Barruu Yaya Bashir fuula Facebook isaa irratti qoodeQabsoo Oromoo keessatti qooda koo gumaachuuf muradhee qabsaayota gameeyyii waliin Eertiraan...

Tigraayitti maaltu deemaa jira?

0
Yaya Beshir fuula feesbuukii isaa irratti barruu maxxanseDiinni Oromoo ifatti wal nyaataa jira. Gareen tokko mootummaa Abiy Haamad...

Balaa Lolaa: ‘Oromiyaatti namootni miiliyoona tokkoo ol balaa lolaaf saaxilamoodha’

0
BBC Afaan Oromootiin Barruu maxxanfame.Balaa lolaa tibbana godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaatti qaqqabeen daa'imman sadi kan umriin isaanii...

OBN sagalee Obboo Lammaa Magarsaa ugguruu gaazexeessitoota mufachiise

0
BBC Afaan Oromootiin Barruu maxxanfameMootummaa Naannoo Oromiyaan kan bulu 'Oromia Broadcasting Network' sagaleen Ministira Ittisaa Itoophiyaa Obbo Lammaa...

OLOLA YEROOF JECHA DANTAA BIYYAA AKKA HIN KASAARRE

0
Jawar Mohammed barruu kana fuula Facebook isaa irratti kan maxxanseMareen dhimma Abayaa irratti Itoophiyaaf Misir gidduutti adeemsifamaa ture...

ABO fi KFO: Paartileen Oromoo lama murtee Boordii Filannoo qeeqan, mootummaa...

0
Addi Bilisummaa Oromoo fi Koongirasiin Federaaliistii Oromoo dhimma weerara koronaavaayirasii fi dheereffamuu filannoo irratti ibsa waloo baasaniin Boordii Filannoo Biyyaalessaa qeeqan.